Kaaba Oromiyya ummata Oromoo walloo irratti lola banameen lubbuun namootaa darbe.
Amajji 21/2023
Kaaba Oromiyaa irratti Liyyyuu hayiliin naannoo amaaraa fi humni Faannoo jedhaman ummata Oromoo Walloo Aanaa jillee Dhummuuggaatti lola Ummata Oromoota keenya irratti bananii jiru.
Akka gabaasaan nu qaqqabaa jiru argisiisutti lola humni liyyuu haayilii Amaaraa baneen lubbuun namoota 3 darbee akka jiruu fi kanneen madaayan hedduu tahuun beekameera.