Waldaan Wabii Maccaa ummata Milishaa Amaaraan Qe’eesaarraa buqqaafame qaqqabuuf sagantaa galii walitti qabuu qopheesse
Waldaan Wabii Maccaa ummata Milishaa Amaaraan Qe’eesaarraa buqqaafame qaqqabuuf sagantaa galii walitti qabuu qopheesse! (SQ-Bitootessa 22,2022) Waggoota sadan afran darbaniif…