Vaayirasii ‘Marburg’ Dhibeen Vaayirasii tibbana Jiinkaatti muudate maalummaansaa beekamuu Ministirri Fayyaa beeksise. Ka’umsi dhukkuba Heemooraajik Fiivar Naannoo...
Paartilee Morkattootaa irraa Haala Filannoo Bilisaa fi Haqa-qabeessa Itiyoophiyaa Keessatti Gaggeessuuf Mijeessuu Ilaalchisee Ibsa Waloon Kenname =======...
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Limmuutti Gandootiin Aanicha jala jiran hunda keessatti waraanni mootummaa kaadiroota qabatanii baadiyyaa keessa...
Hiriirri Tumsa Haqa Oromoo jedhu biyya UK magaalaa Landan keessatti Sadaasa 10 bara 2025 adeemsifame. Kaayyoon hiriira...
Manni Amantaa Sinoodosii Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Ibsa baaseen ajjeechaa Arsii keessatti tahe balaaleffate. Baatii Onkoloolessa qofa...
“Warri kaabaa deebi’anii akka biyya kana qabatan ABOn hin eeyyamu duras ni dhaabbanna “.Jaal Abdii Raggaasaa ABOn...
“Hojjetoonni fayyaa 9 balaa konkolaataan lubbuun darban”. Konkolaataa balaan qaqqabe keessa walumaa galatti namoonni 28 akka turan ...
Haleellaa lixa Shaggar Noonnootti eda halkan raawwatameen namoonni nagaa 21 ajjeefaman Eenyummaan isaanii adda baasuun ulfaate...
Bara bulchiinsa Paartii Badhaadhinaa wal qixxummaan dhabamuun waan akka tasaa dhalate miti, meeshaa ittiin biyya bulchan ta’uun...
“Kuma 700 galchinee obboleessa keenya lakkisiifanne;Baankii ACCOUNT sun Bahirdaaritt banama Maqaan isaas suuraa nama sanaan ni jira...