Barattoonni dubartootaa halluu qeensa, hidhiifi rifeensa dibachuu, kuulii kuullachuufi faaya hin barbaachifne godhatanii mana baruumsaa deemuun adabbii hordofsiisa jedhe Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa
Ministeerri Barnootaa dhimmoota adeemsa baruufi barsiisuu dhaabbilee barnootaa jeeqaniifi gochoota duudhaa Itoophiyaa faallessan ittisuuf wixinee qajeelfama qopheessee jira. Rifeensa sirnaan…