Mormiin hordoftoota Amantii Ortodoksii dhohe.
Hidhamuu abbootii lallaba godinoota wallaggaa humnoota tikaan butamanii ilaalchiisee hordoftoonni amantii ortodoksii mormii gaggeessaa jiru.
Hidhamuu abbootii lallaba godinoota wallaggaa humnoota tikaan butamanii ilaalchiisee hordoftoonni amantii ortodoksii mormii gaggeessaa jiru.
Bilxiginnaan Abbooti Kutaa Lallaba Wallaggaa Lixaafi Wallaggaa Bahaa kan ta’aan Abbaa Garbi’eeliifi Abbaa Barsumaa hidhun dhaga’ame. (SQ-Ebla 6,2023) Fedhii hordooftoota…
Araara Sinoodosii jedhame booda hogganoota Sinoodosii Itoophiyaatiin shirri garaagaraa Oromiyaa keessatti tolfamaa akka jiru Bakka bu’oonni kutaalee lallabaa Oromiyaa…
Gareen hoggantoota olaanoorratti haleellaa raawwachuun hokkora uumuuf socho’aa ture to’atame Ebla 4/2023 Gareen Magaalaa Finfinnee,Adaamaa, Bahaar Daarii fi Dirree Dawwaatti…
Deeggarsi namoomaa saffisaan Itoophiyaa keessatti akka barbaachisu Dhaabbanni Mootummoota Gamtomani ibse. (SQ-Ebla 4,2023) Dubbi himaan barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii…
DB* Ebla 3/2023 Mootummaan Naannoo Gambeellaa Adda Bilisummaa Gambeellaa waliin marii araaraa taasisaa jiraachuu ibse. Mootummaan Naannoo Gambeellaafi Addi Bilisummaa…
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa mirga himatamuu dhabuu miseensa tokkoo haquufi jedhame. Ebla-3/2023 Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa…
Wallaggaa Bahaa Leeqaa Dullachaatti Milishaan Bilxiginnaa Dargaggoota sadii ajjeesun dhaga’ame. (SQ-Ebla 1,2023) Bitootessa 31,2023 galgala Godina Wallagga Bahaa Ona Leeqaa…
Waaqoo Noolee 2023 𝐀𝐝𝐝𝐢 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨(🅰️🅱️🅾️)n 𝐐𝐨𝐫𝐞𝐞 𝐐𝐨𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐚𝐬𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐝𝐝𝐮𝐭𝐭𝐢…