Ajjeechaa Ummata Karrayyuu irratti itti fufinsaan raawwatamaa jiru Hawaasni Oromoo biyya kanaadaa balaaleffatan
Tokkummaan Hawaasa Oromoo Biyya Kaanaadaa, haleellaa itti fufiinsaan hawaasa Oromoo Karrayyuu irratti raawwatamaa jiru ibsa baasen balaaleffate. (SQ-Bitootessa 30,2023) Hawaasni…