Waraanni pp bifa haaraan gara kibba Oromiyaa Gujiitti guuramaa jiraachuun beekame.
Murni bilxiginnaa duula haaraa kibba Oromiyaatti banuuf loltoota hedduu magaalaa Hawaasaatti buusaa jiru. Gurraandhala 8, 2023 Murni barcuma siyaasa…
Murni bilxiginnaa duula haaraa kibba Oromiyaatti banuuf loltoota hedduu magaalaa Hawaasaatti buusaa jiru. Gurraandhala 8, 2023 Murni barcuma siyaasa…
Duulli deeggarsaa Sinodoosii haaraa uffata adii uffachuun fuula miidiyaa hawaasaa irratti adeemsifamaa jiru jabaate itti fufee. (SQ-Gurraandhala 7,2023) Duulli deeggarsa…
Shaashamannee keessatti lubbuun namoota kan darbe mana amantaa keessa taa’anii dhukaasa gara alaatti qaama nageenya eegsisu irratti bananiin tahuu barame.…
Hojjetaan mootummaa miseensa olaanaan pp saba amaaraa aangoo lakkise. Itti gaafatamaan PP Amaaraa duraa fi sadarkaa ministeeraatti gorsaan ijaarsa dimokiraasaa…
Yaadachiisa Hiriira Deeggarsaa Sinoodosii Qulqulluu Oromiyaafi Sabaaf Sablammoota Itoophiyaa Gurandhala 05, 2015 ALItti qabamerratti qophiileen hedduun taasifamaa jira. Hiriirri kunis…
Poolisootni humna addaa Somaalee haleellaa baha Oromiyaa aanaa Cinaaksan irratti raawwatan jabeessuun namoota ajjeesuun garii madeessan. Gurraandhala 7, 2023…
Waraanni murna bilxiginnaa godina baha Wallaggaa aanaa Gobbuu Sayyootti dishqaa fi qawwee AKM waliin Arjoo keessatti Turkii 2 qabachuun W3Otti…
Waraanni murna bilxiginnaa daa’imman umurii waggaa 16 gadii kan tahan 9 godina Lixa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa keessatti ajjeesan. …
Godina Wallaggaa bahaa aanaa Waamaa Agaloo keessatti qindeessotni manneen barnootaa maallaqa raayyaa ittisa impaayerattii jechuun maallaqa saamaa jiru. Gurraandhala…
Sinoodoosii haaraan gaafa Guraandhala 5,2015’tti hiriira deeggarsaa waamuu beeksise. (Gurraandhala 6,2023) Imalli Sinoodoosii haaraa hanga yoonaa milkiidhaan akka raawwatamaa ture…