Gujiitti waraanni Faashistii Abiyyi dargaggoo tokko morma gorra’an
Gujiitti waraanni sirna faashistii pp lubbuu dargaggoo tokkoo morma irraa kutuun ajjeesee gate. Jiraata godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee horaa…
Gujiitti waraanni sirna faashistii pp lubbuu dargaggoo tokkoo morma irraa kutuun ajjeesee gate. Jiraata godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee horaa…
Harargee lixaa Aanaa Mi’eessootti Waraanni Bilisummaa Oromoo lukkee diinaa irratti tarkaanfii fudhate. Guraandhala 6/2023 Godina Harargee lixaa Aanaa Mi’eessoo…
Godina Addaa Saba Oromoo Walloo Aanaa Jillee Dhummuuggaatti waltajjiin gaggeeffame murtee malee xumurame. Guraandhala 6/2023 Lola tibbana Oromiyaa…
Godina Arsii Bahaa fi Lixaa keessatti sinodosii Oromiyaa fi sabaa fi sablammoota Oromiyaa haaraa filamaniif simannaa ho’aan taasifame. Haaluma kanaan…
“Ijoolleekoo, eenyumaanuu sababa sabummaafi afaan inni dubbatuutiin hin jibbiinaa; hin garboomfatinaas. Nutis jibbamuufi garboomuu jibbineetu qabsa’aa jirra. Waan jibbine ammoo…
Magaalaa Naqamteetti humnoonni Waraana Mootummaa Bilxiginnaa sakkata’insa hamaa mana uummata irratti geeggeessa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Guraandhala 3,2023) Dhiha Oromiyaa bulchiinsa magaalaa…
Dhimma qondaaltota ABO mana hidhaa jiranii qaama gaafannu wallaalle’ – Abukaatoo hidhamtootaa February 3, 2023 Qondaalota ABO olaanoon mana hidhaa…
Sinoodosiin Oromiyaafi Sabaafi sablamoota Itoophiyaa haaraan deeggartootni sinodosii Qulqulluu guddichaa ”waamichaa waraanaa ifa ta’e gochaa jiru” jechuun himate. (SQ-Guraandhala 2,2023)…
Humni tikaa PP weellisaa Falmataa Kabbadaafi Weellisftoota biroo lama hidhun dhaga’ame. (SQ-Guraandhala 2,2023) Guyyaa kaleessa jecbuun Guraandhala 2,2023 Aartist Falmataa…
Tokkummaan Hawaasa Oromoo Kanaadaa duguuggaan sanyii ummata Oromoo Walloo irratti adeemsifamaa jiru akka dhaabbatu gaafate. Guraandhala 2,2023 Gamtichi ummata Oromoo…