Waraanni pp ona Boosat keessatti ummata irraan miidhaa qaqqabsiise.
Godina Shaggar bahaa ona Boosat keessatti murni bilxiginnaa Uummata nagaa ajjeesuu, hidhuu fi manneen uummataa gubuu akkaan jabeesse. Amajjii 28,…
Godina Shaggar bahaa ona Boosat keessatti murni bilxiginnaa Uummata nagaa ajjeesuu, hidhuu fi manneen uummataa gubuu akkaan jabeesse. Amajjii 28,…
Diinummaa Maahibara Qiddusaanii Uummata Oromoof Qabu Amajji 28/2023 Wadaan Maahibara Qiddusaanii jedhamu asxaa isaa erbee abaarsaa baandiraa sirna garboomfataa kan…
Baha Harargee bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa keessatti jiraattota irratti manneen diiguu itti fufan. Amajjii 25, 2023 Bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa…
Waraanni murni bilxiginnaa mooraa bulchiinsa magaalaa Dambii Doolloo qubatanii jiran walitti dhukaasuun wal irraa ajjeesan. Amajjii 25, 2023 Waraanni murna…
Godina Arsii bahaa aanaa Heexoosaa keessatti murni bilxiginnaa namoota hidhuu fi mana hidhaatii baasuun ajjeesuu itti fufe. Amajjii 25, 2023…
Gujii lixaa aanaa Dugdaa Daawwaa keessatti hidhattoonni murna bilxiginnaa ilma Oromoo tokko rasaasa itti roobsun ajjeesan. Amajjii 25, 2023 Ajjeechaan…
Mootummaan Federaalaa Aangoo isaa dheereffachuuf Isaayaasiin qabatee Mootummaa Naannoo Amaaraa Waliin Dachee Oromiyaa irratti Ummata Oromoo irratti ajjeechaa suukanneessaa jumlaa…
Baankiin Birhan obbo Baayisaa Milkeessaa Oromoo mindeessitan hoggana distiriiktii lixa Finfinnee irraa kaase. 25 Amajjii 2023 Baankiin dameelee 200 ol…
Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii 6 godina baha Wallagaa aanaa Saasiggaa fi Qellem Wallaggaa keessatti WBOtti harka kennatan. Amajjii 25, 2023…
Giddugala Oromiyaa baha Shaggar ona boosat keessatti dararaan waraana, kaabinoota, milishootaa fi basaastota murna bilxiginnaatiin uummata Oromoo onichaa irratti gaggeefamaa…