Humni addaa naannoo Amaaraa lola baneenn kaaba Oromiyaa Walloo irratti miidhaa qaqqabsiise.
Humni addaa naannoo Amaaraa lola baneenn kaaba Oromiyaa Walloo irratti miidhaa qaqqabsiise. Amajji 20/2023 irraa eegalew Ummata keenya Walloorratti lola…
Humni addaa naannoo Amaaraa lola baneenn kaaba Oromiyaa Walloo irratti miidhaa qaqqabsiise. Amajji 20/2023 irraa eegalew Ummata keenya Walloorratti lola…
Itoophiyaan abidda ofii qabsiifteen gubataa jirti! Sagalee Qeerroo Amajji 24/2023 Itoophiyaan gaafa fedhii sabootaan alatti eenyummaa sabootaa ukkaamsitee humna qawwee…
Mana hidhaa Burraayyuurra! Qondaali ABO Dr Gadaa Oljirraa mana hidhaa Buraayyuutti baay’ee dhukkubsachuun yaalaa dhorkamuun dhaga’ame. (SQ-Amajjii 24,2023) Waggaa sadii…
kaaba oromiyaa godina saba Oromoo Jiillee Dhummuuggaatti lola banameen lubbuun ilmaan Oromoo hedduun darbee / qabeenyis gubaachuun dhaga’ame. (SQ-Amajjii 24,2023)…
Oromoota Walloo Irratti Lolli Qindaawaan Banamuun Lubbuu fi Qabeenyi Ummataa Badaa Jiraachuu Ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO – Amajjii 24,2023 Kaaba…
Phaaphaasota haaraa muudaman 26, Biyyaa lallaabaa isaani fi Maqaa isaani dura; ********** 1. Abbaa G/Maariyaam Negaasaa – Abbaa Gabri’eel –…
Jillee Dhummuuggaa magaalaan Sanbatee haala hamaa keessa jiraachuu ishee komunikeeshiniin aanaa Jillee Dhummuuggaa beeksisaa jira. Amajji 21/2023 aanaa Jillee Dhummuuggaa…
Kaaba Oromiyya ummata Oromoo walloo irratti lola banameen lubbuun namootaa darbe. Amajji 21/2023 Kaaba Oromiyaa irratti Liyyyuu hayiliin naannoo…
Walitti bu’iinsa ijaarsa hidha bishaaniirratti humnoota mootummaa Oromiyaa fi jiraattota Somaalii gidduutti uumameen lammileen nagaa3 yoo ajjeefaman, 12 madaa’uun beekame.…