Maanguddoo guyyaa tokko keessatti maatii ofii nam kudha lama dhaban,gara nama nyaatu💔
Maanguddoo guyyaa tokko keessatti maatii ofii nam kudha lama dhaban,gara nama nyaatu💔 . “Guyyaa tokko keessatti nama 12 narraa fixan…
Maanguddoo guyyaa tokko keessatti maatii ofii nam kudha lama dhaban,gara nama nyaatu💔 . “Guyyaa tokko keessatti nama 12 narraa fixan…
Sirni Abiyyiin gaggeessu Oromiyaa bakkoota garaagaraatti baatii tokko keessatti yakkoota addunyaa irratti jaarraa kana keessa hin raawwatamne ilmaan Oromoo irratti…
Yeroo Ilmi Oromoo mormi irraa citu vidiyoo argisiisu kan nu qaqqabe link telegram keenyaa banaa ilaalaa Yakka sukkaneessaadha ilaaluuf nama…
Akeekni siyaasaa qabsoo bilisummaa Oromoo, Sagantaan Siyaasaa ABO, bara 1974 bahee bara 1976 ragga’ee, bara 1989, 1998 fi 2004 wayyeeffamee…
Yeroon isaa yeroo biyya keenya ijaarrannudha. Addi Bilisummaa Oromoo wayita hundeeffamu Oromoon haala baayyee hamaa keessa jira ture. Gaafa…
Tooftaa qabsoofi yeroon gaafattu mara fayyadamnee mirga abbaa biyyummaa keenyaa ni kabachiifna. Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qabsoon Bilisummaa Oromoo erga eegalamee…
Miseensonni paarlaamaa Oromiyaarraa bakka bu’an ajjeechaa, buqqa’uu fi weerarri daangaa Oromiyaa akka dhaabatu gaafatan. <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 13/2022> Lolli…
Araddaa firri koo rasaasaan dhumatee gar tokkeen qaama koo Abiddaan gubatee Aannoolee fi calanqoo Godaannisa duraa Gurra koon dhagahe harkaaf…
#Shaambuu Barattootni yuuniversiitii wallaggaa damee shaambuu hiriira mormii sirna pp balaaleffatu gaggeeffamaa jira. Mudde 13/2022 Warraaqsi jiraachuu fi jiraachuu dhabuu…
Humni waraanaa bilxiginnaa Amboo keessatti barattoota ukkaamsee dhabamsiisaa jira. Mudde 12/2022 Ajjeechaa sukkaneessaa finxaaleyyiin Amaaraa ilmaan Oromoo irratti raawwataniif Murni…