Waggaa har’a Abbootii Gadaa Karrayyuu bakka tokkotti jumlaan dhuman!

Waggaa har’a Abbootii Gadaa Karrayyuu bakka tokkotti jumlaan dhuman!๐Ÿ’”
1.Kadiiroo Hawaas Boruu / Abbaa Bokkuu Gadaa Michiilee /Dilboo Bookaa
2.Jiloo Dhaddoo
3.Boruu Godaanaa
4.Abbaa fi Ilmaa Fantaallee Boruu Galaasoo
5.Ilmaa Boruu Fantaallee Galaasoo
6.Jiloo Matoo
7.Fantaallee Nuuree
8.Odaa Carcaar
9.Daaduu Warra Kuulee
10.Boruu Fantaallee Horroo
11.Jiloo Diidoo
12. Obbolaa Lamaan Bulaa Faantaallee fi Bulgaa Faantaallee kanneen jedhaman haala sukkaneessaan bakka tokkotti sirna kanaan ajjeefaman.
https://t.me/hordofaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *