Barsiisa fi barataa PHD Shamanii Beenyaa waahila ykn “minzee” J Battee Urgeessati.
Qabsaa’aa gameessa, miseensa Koree GG fi hoggansa olaanaa KFO, caasaa godinaatti miseensa KHR KFO Shawaa Bahaa, Yuuniversiitii Finfinneetti kaadhimamaa PhD fi Yuuniversiitii Arsiitti barsiisaa seeraa fi abukaatoo seeraa #Shamanii_Beenyaa gaafa 17/4/2024 mana jireenyaa isaa magaalaa Adaamaatii humnoota waraanaa mootummaan qabamee hidhamus, hanga ammaatti seera fuulduratti hin dhiyaanne.