Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Manafi Haadha Mana bakka tokkotti ajjeessa .
(SQ – Caamsaa 06,2022)
Barsiisaa Geetaachoo Kiisii fi haati manaa isaa barsiistuu Gennat Birrii ulfa ji’a 7 waliin Shaggar Lixaa Ona Gindabarat magaalaa Kaachisii ganda 01tti har’a mana isaanii balbalatti hidhattoota mootummaa Bilxiginnaan gara laafina tokko malee rashanaman
Daa’imman isaanii kun lamaan dirree irratti qofaa hafan. Waaranni Faashisti Bilxiginnaa Oromiyaa bakka hundatti uummata Oromoo ajjeessu itti fufee jira.