Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti nama 1 yoo ajjeesu, Wallagga Lixaatti Kantiibaa Haroo Wancii duraanii ajjeesan

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti nama 1 yoo ajjeesu, Wallagga Lixaatti Kantiibaa Haroo Wancii duraanii ajjeesan

(SQ-Ebla 18,2022)

Godina Shawa Lixaa Aanaa Wanciitti Kantiibaa Haroo Wancii Duraanii kan ta’e Obbo Solomoon Taayyee muudama haaraa fudhachuu didde jechuun Waraanni Mootummaa Bilxiginnaa Eebla 16/2022 galgala erga qabanii booda, guyyaa kaleessa jechuun Eebla 17/2022 kaampii ykn mooraa waraana isaanii keessatti ajjeesuu maddeen SQ nuuf himan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *