,Manni murtii Birbirsa Gooroo beellama Qondaalota ABO galmee jaal Yeroosan jala jiran achi fageessuun dhaga’ame (SQ-Bitootessa 3,2022)...
Month: March 2022
Booranatti hojjettoonni mootummaa hiriiraa ba’uun saamicha Bilxiginnaa balaaleffatan. (SQ-Bitootessa 3,2022) Bitootessa 3,2022 Godina Booranaa Aanaa Waacilleetti...
Manni Maree Mirga Namoomaa UN komishinaroota dhimma Itoophiyaa qoratan muude. (SQ-Bitootessa 3,2022) Manni Maree Nageenyaa UN sarbama...
(SQ-Bitootessa 2/2022) Godina Shaggar Lixaa Ona Liiban Jaawwiitti kaleessa Bitootessa 1,2022 Waraanni Bilxginnaa Dargaggoo Boonsaa Ayyalaa jedhamu...
. (SQ-Bitootessa 2,2022) Gurraandhala 28/2022 Godina Wallagga Lixaa aanaa Ganjii keessatti Waraanni Bilxginnaa Dargaggoo Surraa Ittafaa Jedhamu...
(SQ-Bitooteessa 1,2022) waraanni Bilxiginnaa Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Gannatii Ganda Guddattuu Gannatiitti Gurraandhala 20/2022 Dargaggoo...
Daandiin gargaarsa namoomaa hin saaqamu taanan tarkaanfiittin ceha jette Tigiraay! (SQ-Bitooteessa 1,2022) Daandiin gargaarsa namoomaa kallattii maraan...
Kaaba Shaggar Warra Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa Namoota Nagaa 5 ajjeese. (SQ-Bitooteessa 1,2022) Gurraandhala 28/2022 Godina Shawaa kaabaa...