Wiliyaam Ruutoon Prezedaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun filatame.
Wiliyaam Ruutoon Prezedaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun filatame. (SQ-Hagayya 15,2022) Komishineerri Filannoo Biyyaalessaa Keeniyaatti hoogganaa kan ta’an Wafula Cheebukat ibsa laataniin…
Wiliyaam Ruutoon Prezedaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun filatame. (SQ-Hagayya 15,2022) Komishineerri Filannoo Biyyaalessaa Keeniyaatti hoogganaa kan ta’an Wafula Cheebukat ibsa laataniin…
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosat Ganda Hadheechaatti finxaaleyyii Faannoo daangaa dabruun lubbu namoota 7 galaafate. (SQ-Hagayya 15,2022) Godina Shawaa Bahaa…
Bulchiinsi magaalaa Sulultaa weerara lafaa Finxaaleyyiin Amaaraa amantaa dawoo godhachuun magaalichatti raawwatan irratti tarkaanfii fudhachuuf waadaa galee turus, hanga yoonaa…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abbay Coomman Suluula Finca’aatti Waraanni Bilxiginnaa manneen Qonnaan bultootaa 6 fi dubartii ulfaa 1 dabalatee…
Hoogganootaa fi Qondaalota ABO Manni Murtii Akka Hidhaadhaa Hiikaman Murteesse Ammallee Hin Hiikamne. (SQ-Hagayya 12,2022) Miseensota Shanee Gumii fi Gumii…
Godina Guraageetti Manni marii Murtoo Uummanni Gaafate Fudhate. (SQ-Hagayya 11,2022) Manni Marii Godina Guraagee, godinoota ollaa isaa jiran waliin/kilaasteriidhaan Bulchiinsa…
Waraanni Bilxiginnaa Godina Arsii Bahaa Aanota Garaagaraatti Manneen Qotee Bulaa gubuu cimsee itti fufee jira. (SQ-Hagayya 11,2022) Godina Arsii Bahaa…
Arsii Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa daa’ima ji’a 8tti dabalatee maatii guutuu hidhuun dhaga’ame. (SQ-Hagayyaa 11,2022) Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa…
Waraanni Bilxiginnaa manneen barnootaa mooraa waraanaa godhachuun sirna baruuf barsiisuu adda kutaa jiraachuun beekame. (SQ-Hagayyaa 11,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa Guutuu…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtomanii (UN) fi Eejansiin Mootummaa Itoophiyaa atattamaan deeggarsa yoo argatan malee baqattoonni kuma 750 ol waan nyaatan hin…