Ajjeefamuu jaal Battee Urgeessaa ilaalchisuun Ibsa QBO
Rasaasni Jaal Battee Urgeessaa ajjeese malee kaayyoo fi Akeeka isaa hin ajjeesu! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo ajjeefamuu Qondaala Siyaasaa…
Rasaasni Jaal Battee Urgeessaa ajjeese malee kaayyoo fi Akeeka isaa hin ajjeesu! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo ajjeefamuu Qondaala Siyaasaa…
Qabsaa’aa mirga namaa kan tahee fi Qondaala Siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa guyyaa har’aa Ebla 10/2024 bakka dhaloota isaa Magaalaa…
Seenaa Gabaabaa Jaal Battee Urgeessaa Bulaa (1978-2024) Jaal Battee Urgeessaa Bulaa godina Shawaa Bahaa aanaa Dugdaa Ganda Baqalee Girrissaatti abbaa…
Homaa Oromootti hin qusanne . Sabaafi eennyummaa ofiif ni qabsaa’u jennaan qabsoofte. Ni hidhamuuf jennaan hidhamtee dararamte . Oromoof Ni…
Jaal Battee ajjeesanii #Network balleessan! Ajjeefamuun jaal Battee Urgeessaa akkuma dhagahameen #Networkiin magaalaa Maqii fi Naannoo ishee irraa guutummaatti badee…
Addi Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa Miseensa isaa Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame gadi-jabeessee Balaaleffata Ibsa ABO Hatattamaa, Ebla 10, 2024 Har’a…
Yakki Waraanaa, Aangoo Siyaasaa Afaan Qawween Dhuunfatan Afaan Qawween Tikfachuuf Jecha Mootummaa PPn Ummata Nagaa Irratti Raawwatamu Kan Daangaa Darbee…
Waliigaltee Itoophiyaan Somaalilaand waliin dhimma ulaa galaanaan waliigalan walqabateen Somaaliyaan ambaasaaddar Itoophiyaa ari’un gabaafame. Dabalataan, waajjira qontsilaa Puntilaandiifi waajjiraalee qontsilaa…