Godina Wallagga lixaa Ona mana Sibuu Magaalaa Mandii keessatti Mootummaa Shiftaa pp Dargaggoo Solomoon Taaddasaa Lataa rasaasa itti roobsuun ajjeese.

Godina Wallagga lixaa Ona mana Sibuu Magaalaa Mandii keessatti Mootummaa Shiftaa pp Dargaggoo Solomoon Taaddasaa Lataa rasaasa itti roobsuun ajjeese.

(SQ-Hagayya 5,2022)

Godina Wallagga Lixaa Ona Mana Sibuu magaalaa Mandii keessatti guyyaa har’aa Hagayya 05,2022 dargaggoo Solomoon Taaddasaa Lataa jedhamu loltoota mootummaa Biltsiginnaan dirreetti baasamee akka ajjeesame oduun magaalaa Mandii irraa ba’u ni addeessa.

Yeroo ammaa magaalaa fi baadiyaa keessatti dargaggootni Oromoo hidhattootaa fi caasaalee nageenyaa sirna mootummaa PPn akka bineensaatti adamsamanii ajjeefamaa jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *