HomeUncategorizedAjjeechaa sukkaneessaa yeroo humni waraanaa pp ilma Oromoo irratti raawwatu Ajjeechaa sukkaneessaa yeroo humni waraanaa pp ilma Oromoo irratti raawwatu December 16, 2022sqeerroo Yeroo Ilmi Oromoo mormi irraa citu vidiyoo argisiisu kan nu qaqqabe link telegram keenyaa banaa ilaalaa Yakka sukkaneessaadha ilaaluuf nama miidhuu dandaha Share this: Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on X (Opens in new window) X Related
Miseensonni komishinii Ogeessota mirgoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Daawwannaaf Xoophiyaa jiru. Miseensonni komishinii Ogeessota mirgoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Daawwannaaf Xoophiyaa jiru. (SQ-Adooleesa 26,2022) Miseensotni Komishinii Ogeessota Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota… Share this: Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on X (Opens in new window) X
#Walloo IMG_3392 IMG_3402 IMG_3407 IMG_3449 Ummatni Oromoo Walloo duula sanyii duguuggaa irratti banameen hedduun miidhamee Magaalaa Adaamaatti hospitaala keessatti yaalamaa jiru.… Share this: Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on X (Opens in new window) X
Waraanni PP tuuta Abbootii Gadaa Karrayyuu ajjeesuun dhagahame Waraanni mootummaa Bilxiginnaa ammas miseensa tuuta gadaa Michillee Abbadaa Boruu ajjeesuu jiraattonni himan. (SQ-Ebla 13,2023) Miseensonni tuuta gadaa 4 waraana… Share this: Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on X (Opens in new window) X