Gujiitti waraanni sirna faashistii pp lubbuu dargaggoo tokkoo morma irraa kutuun ajjeesee gate.
Jiraata godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee horaa ganda burqaa Eebbalaa kan ta’e dargaggoo Turee Dhugoo Elemaa jedhamu gaafa guyyaa 27/05/2015 ykn guraandhala 4/2023 iddoo addaa motoqommaa jedhamuutti harka duubatti hidhanii waraanni faashistii Abiyyi morma isaa akka sawwaatti goraa’anii gatuun dhagahame.
Gujiitti waraanni Faashistii Abiyyi dargaggoo tokko morma gorra’an
