RIB fi Humna Addaa Naannoo Oromiyaatiin Namootni 52 ol ajjeefamuu KMI gabaase

waggoota lamaan jiddduutti namoonni 52 raayyaa ittisaatiifi miseensoota humna addaa naannoo Oromiyaatiin seeraan ala ajjeeffamaniiru jechuun KMI gabaase .

Humnootiin nageenyaa motummaa federaalaa kan ajjeechaa kana raawwatan, ‘‘qaamoolee hidhataniif odeeffannoo fi loojistikii dhiyeessitu, miseensa garichaati’’ sababii jedhuun akka ta’e gabaasni Komishinichaa ibseera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *