Horroo Guduruutti Dirooniin Ummata irratti Boombii darbachuuf turte kuftee caccabde

Godina Horroo Guduruutti Dirooniin ummata nagaa irratti boombii darbachuuf osoo lafa tti dhiyyaattee jirtuu sababa hin beekamneen kuftee caccabde.

Oromiyaa lixaa Godina Horroo Guduruu aanaa Abee Dongoroo magaalaa tulluu gaanaa irraa bakkaa cancaa jedhamutti osoo gadi dhiyyattee ummaata irratti boombii darbachuuf fiigicha irra jirtuu
Kufuudhaan haala argamtu kanaan lafa qonnaan bulaa irratti caccabdee argamte

Mootummaa Federaalaa irraa qaamni tokko erga Dirooniin kun caccabdee helekoptaraan achitti argamuun beekameera.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *