Horroo Guduruu Aanaa Agamsaatti Finxaaleyyii Faannoo namoota jumulaan ajjeesan

#Gadda๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti Humnootiin Finxaaleyyii #Faannoo Mudde 2/2024 ykn Sadaasa 23/3/2017 ummata magaalaa #Agamsaa irraa Gara Caaboo/Goojjam deemu Daangaa lafa #Agamsaa jalatti NaannaaTeelee jedhamuun waamamu Bishaan abbayyaa cinaatti #Faannoon konkolaataa dura gortee dhaabdee Ajjeechaa jumlaa gaggeessiteen namoota 8 keessaa nama 6 battallatti lubbuun akka darbe namni lama lubbuun oolee yaalamaa kan jiran kessaa tokko du’aa fi jireenya giddu jiraachuu maddeen nuuf himaniiru.

Humnootiin Faannoo kunneen konkolaataa ummatni kuni ittiin imalaa tures guutummaatti abiddaan barbadeessanii jiru.

Namoota ajjeefaman keessaa kan maqaa isaanii arganne:

1,Faqqadaa Tashalee

2,Doshoo Gudaataa

3,Ararsoo Margaa

4,Babuu Getachoo.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *