Oolmaa dhaddacha mana murtii ijibaata Federaala Kol. Gammachuu Ayyaanaa
(SQ- Caamsaa 18,2022) Oolmaa dhaddacha mana murtii ijibaata Federaala Kol. Gammachuu Ayyaanaa har’a caamsaa 18/202 (10/9/2014) mana murtii ijibaata…
(SQ- Caamsaa 18,2022) Oolmaa dhaddacha mana murtii ijibaata Federaala Kol. Gammachuu Ayyaanaa har’a caamsaa 18/202 (10/9/2014) mana murtii ijibaata…
(SQ-Caamsaa 17-2022) Caamsaa 16,2022 Godina Matakkal Ona Dibatee ganda Giiphoo jedhamutti waraanni mootummaa Bilxiginnaa Obbo Warquu Waaqjiraa nama jedhanu itti…
Fincila Xumura Gabrummaa Hanga Hiree Murteeffannaatti (Caamsaa 16/2022 Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo) Qeerroon Bilisummaa Oromoo bara hundeeffama isaa irraa kaasee…
Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti haleellaa shororkeessitootaa Amaaraatiin lubbuun namaa darbuun dhagahame. (SQ-Caamsaa 16,2022) Jiiraattonni dubbifne akka himanitti, dheengadda irraa…
Shaggar Lixaafi Horroi Guduruutti Namoota Nagaa 13 ol ajjeessun 3 maddeessun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 15/2022) Mootumman Paartii Bilxginnaa maqaa Oppireeshiinii farra…
Hongeen Itoophiyaatti mudate gaa’ila umurii malee baay’isaa jira jedhe UNICEF (SQ-Caamsaa 15,2022) Waqtiilee roobaa sadii roobni roobuu dhabuun Itoophiyaa, Somaaliyaa,…
Jaal Abdii Raggaasaa Irratti Gosti Dhibee Tiruu Hepatitis B Viral Argamuun Mirkanaa’e (SQ – Caamsaa 13,2022) Waggoota lamaa oliif badii…
Ajjeechaan jumlaa lammiilee nagaa irratti raawwatamaniifi raawwatamaa jiran qaama idil addunyaa bilisa ta’een akka qorataman Partiin Kongirasiin Federaalawaa Oromoo (KFO)n…
Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN har’a marsaa 5ffaaf Mana Murtii waliigala Oromiyaatti dhiyaatan. (SQ-Caamsaa 12,2022)…
Google,n Afaan Oromoo dabalatee afaanota 24 tajaajila Afaan Hiikuutti dabale (SQ-Caamsaa 12,2022) Google’n tajaajila afaan hiikuu (Google Translate) Afaan Oromoo…