SQ-Ebla 13,2022! Ergaa Baga GGO Ebla 15, 2022 Ganna 37ffaa geessanii, Jaallan Hoogganootaa fi Qondaalota ABO Mana...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Qondaali ABO Jaal Gadaa Gabbisaatti Dhibeen hammaachuun haala hamaa keessa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 13,2022) Qondaalli ABO Jaal...
Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa fi itti aanaan isaa har’a Finfinnee galu (SQ-Ebla 13,2022) Gaanfa Afrikaatti Ergamaan...
Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Gandeeniifi Magaalaa keessa deemanii Waraanni murna Bilxiginnaa Uummata nagaa hidhuun dararaa...
SEENAA GABAABA GUYYAA GOOTOTA OROMOO (EBLA 15) ABOn bara 1973 Hundeeffamee Sagantaan Siyaasaa isaa bara 1974 barraa’uun...
Mootummaan Bilxginnaa Waraana Ertiraa Kuma 10 ol Oromiyaatti bobbaasaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 11,2022) Mootummaan Bilxginnaa yeroo garaa...
Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo (GGO) Ibsa-ABO- Ebla 11, 2022 Biyyootni fi Sabootni Addunyaa kana irra...
Godina Kibba Lixaa Shaggar Aanaa Ammayyaatti tikni PP uummataa jumlaa hidhun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 10,2022) Erga maqaa Oppireeshinii...
Gujii Lixaatti Waraanni PP Obboleeyyan lama dabalatee namoota 7 ajjeesse. (SQ-Ebla 10,2022) Mootummaan Bilxginnaa maqaa Oppireeshiinii farra...
(SQ-Ebla 9,2022) Guyyaa kaleessaa Ebla 08, 2022 deebii argameen Ragaan qorannoo Hospitaalaa guyyoota 20f taasifame akka mul’isutti...