𝗟𝘂𝗯𝗯𝘂𝘂𝗻 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼𝗳 𝗕𝗮𝗮𝘁𝗲 𝗞𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗮 𝗢𝗹𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗤𝗮𝗯𝗱𝗶! (SQ-Ebla 09,2022) A̼k̼k̼a̼ ̼s̼a̼l̼p̼h̼a̼a̼t̼t̼i̼ ̼a̼s̼ ̼h̼i̼n̼ ̼g̼e̼e̼n̼y̼e̼.̼ ̼W̼a̼r̼e̼e̼g̼a̼m̼a̼ ̼g̼u̼d̼d̼a̼a̼t̼u̼ ̼i̼t̼t̼i̼ ̼k̼a̼f̼a̼l̼a̼m̼e̼.̼...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Finfinneefi Asallatti Hordoftoonni Amantaa Muslimaa hiriira mormii geeggeessan (SQ-Ebla 8,2022) Tibba kana mootummaan Bilxginnaa Baratoonni Muslimaa Hijaata...
Taabota Galaanitti argame jedhameen wal-qabatee bulchiinsi magaalaa akeekkachiisa kenne (SQ-Ebla 8/2022) Tibba kana dhimmi Taabota magaalaa Galaanitti...
Oolmaa Mana Murtii Waliigalaa Calcalii/Saarbeet (SQ-Ebla 7,2022) koreen qindeesituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa(MCBNO) Ji’oota shan booda...
Waraanni Bilxiginnaa fi finxaaleyyiin Amaaraa wal tumsuun Shawaa Lixaatti uummata nagaa 4 ajjeesun 6 ammoo madeessan (SQ-Ebla...
#IRBUU_SHINNIGAA Imala dheertuu niyyaan alaalaa Egeree iftuu fagootti ilaalaa….. Mullata guddaaf osoo deemanii Hireen hammaatte kiyyoo seenanii...
Wayita ammaa Lammiileen Oromiyaa fi Oromiyaan rakkoo hamaa keessa jiru. Sirni bulchiinsaa diriiree ummataaf tajaajila kennu yoo...
Wixineewwan seeraa HR6600 fi S3199 US Itoophiyaa ilaallatan raggaasisuun akka turu murtaa’eeraa jedhame soba ta’uu BBCn mirkaneesse....
𝑾𝒂𝒍𝒍𝒂𝒈𝒈𝒂 𝑩𝒂𝒉𝒂𝒂. #ODUU_GADDAA! Eebila 06/2022 Godina Wallagga bahaa, ona Kiiramuu ganda Baabboo Araddaa Ejersaa jedhamutti...
. (SQ- EBLA 06,2022) Qaala’iinsa jireenyaa ummatoota Itophiyaatti yaaddoo uumee fi jireenya itti hammeessetti dabalee gatiin xaa’oo...