Oolmaa Mana Murtii Waliigalaa Calcalii/Saarbeet
Oolmaa Mana Murtii Waliigalaa Calcalii/Saarbeet (SQ-Ebla 7,2022) koreen qindeesituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa(MCBNO) Ji’oota shan booda har’a mana murtii…
Oolmaa Mana Murtii Waliigalaa Calcalii/Saarbeet (SQ-Ebla 7,2022) koreen qindeesituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa(MCBNO) Ji’oota shan booda har’a mana murtii…
Waraanni Bilxiginnaa fi finxaaleyyiin Amaaraa wal tumsuun Shawaa Lixaatti uummata nagaa 4 ajjeesun 6 ammoo madeessan (SQ-Ebla 7,2022) Finxaaleyyiin Amaaraa…
#IRBUU_SHINNIGAA Imala dheertuu niyyaan alaalaa Egeree iftuu fagootti ilaalaa….. Mullata guddaaf osoo deemanii Hireen hammaatte kiyyoo seenanii Maal goona garuu…
Wayita ammaa Lammiileen Oromiyaa fi Oromiyaan rakkoo hamaa keessa jiru. Sirni bulchiinsaa diriiree ummataaf tajaajila kennu yoo maqaaf taโe malee…
Wixineewwan seeraa HR6600 fi S3199 US Itoophiyaa ilaallatan raggaasisuun akka turu murtaa’eeraa jedhame soba ta’uu BBCn mirkaneesse. (SQ-Ebla 7,2022) Mootummaan…
๐พ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐. ย ย ย #ODUU_GADDAA! Eebila 06/2022 Godina Wallagga bahaa, ona Kiiramuu ganda Baabboo Araddaa Ejersaa jedhamutti qaamni mootummaa faashistii…
. (SQ- EBLA 06,2022) Qaalaโiinsa jireenyaa ummatoota Itophiyaatti yaaddoo uumee fi jireenya itti hammeessetti dabalee gatiin xaaโoo barana haala mulโatee…
Tigraayi keessatti yakki Waraanaa fi Namoomaa raawwatamuu Jaarmotni mirga dhala Namaaf falman Idil Addunyaa bebbeekamoon Lama ifa godhan (SQ-Ebla 6,2022)…
Mootummaan Bilxginnaa Oromiyaa qarqaarsa NGOn Score Booranaaf kenneefi kaan rammadan uummataa dhorkachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 6,2022) Sababa Hongeettin Uummanni Boorana rakkoo…
Wallaggaa Bahaa Gudayyaa Biilaatti Waraanni Bilxginnaa mana fi qabeenya namoota 7 ibiddaan gube. (SQ-Ebla 5,2022) Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Gudayyaa…