Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxginnaa namoota 7 mana hidhatti baasun ajjeesse.
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxginnaa namoota 7 mana hidhatti baasun ajjeesse. (SQ-Ebla 5,2022) Eebila 3,2022 Godina Shawaa lixaa Aanaa Liiban Jaawwii…
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxginnaa namoota 7 mana hidhatti baasun ajjeesse. (SQ-Ebla 5,2022) Eebila 3,2022 Godina Shawaa lixaa Aanaa Liiban Jaawwii…
Jaardagaa Jaarteetti haleellaa Milishaa Amaaraatiin maatii tokko keessaa namoonni afur ajjeefaman. (SQ-Ebla 4,2022) Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa Jaartee,…
๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ Baatii Eblaa, Baatii Kabajamaa, Baatii Ulfaataa, Baatii Yaadannoo! Baatii (Jiโa) Eblaa, Ebla 15nii…
Arsii Bahaa Aanalee adda addatti Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Manaaf haadha manaa dabalatee namoota 9 ol hidhuun dhaga’ame. (SQ-Ebla 4,2022) Maqaa…
๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐ฃ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ ๐๐ฅ๐ ๐๐๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ญ๐๐ ๐ ๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐๐๐ฅ๐๐,๐๐๐ค๐ค๐๐ ๐๐ข๐ญ๐ข #Impaayira Ethiopia afaan Qawween ijaaramtee afaan qawween ummattoota biyyattii bulchaa…
Waraanni Bilxiginnaa Arsiifi Shaggar Lixaatti ilmaan keessantu Bosona jira jechuun Abbootiifi Haadholii hedduu hidhan. (SQ-Ebla 3,2022) Waraanni Bilxiginnaa Oromiyaa bakkoota…
Yuuniversitiin Finfinnee dhalattoota Oromoo hojii eegumsaa irratti ramadaman hojiirraa ariโaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 3,2022) Yuunvarsiitiin Finfinnee jeequmsa finxaaleyyiin Amaaraa tibba…
Qorannoon walabaa maallaqaan deeggaramuu hin qabu’ jechuun kan Itoophiyaan falmite UN kuffise (SQ-Ebla 1,2022) Koreen Idil-addunyaa waraana kaaba Itoophiyaan walqabatee…
Dhiyeessitootni boba’aa guyyaa 10 booda lagannaa hojii taasisuuf haalduree kaa’an. (SQ-Eebla 1,2022) Waldaan Abbootii Qabeenyaa Geejjiba Boba’aa lagannaa hojii taasisuuf…
Gujii Lixaatti waraanni Bilxginnaa maatii tokko keessaa namoota 4 albeedhaan yoo qaluu Ollaama isaaniidha namoota 3 rasaasaan ajjeese. (SQ-Bitootessa 30,2022)…