Finfinneetti gatiin Simmintoo kuntaala tokkoo kuma ol ta’ee!
Finfinneetti gatiin Simmintoo kuntaala tokkoo kuma ol ta’ee! (SQ-Bitootessa 29,2022) Daballii olaanaan gatii Simmintoo irratti mudate hojii dhaabuuf isaan dirqamsiisaa…
Finfinneetti gatiin Simmintoo kuntaala tokkoo kuma ol ta’ee! (SQ-Bitootessa 29,2022) Daballii olaanaan gatii Simmintoo irratti mudate hojii dhaabuuf isaan dirqamsiisaa…
The Election Board of Ethiopia Has Renewed its past decision regarding the General Assembly of the OLF OLF Statement –…
Barataa Oromoo Yuunversiitii Gambeellaattii Poolisii Humna Addaa Gambeellaatin rukatame riiferiin gara Finfinneetti barreeffamuufiin dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 28,2022) Guyyaa kaleessaa jechuun Bitootessa…
Qondaalota fi Miseensota ABOn Manni Murtii Birbirsa Gooroo tokkon tokkon isaanii wabii Qarshii 20,000n akka ba’aa ajajee. (SQ-Bitootessa 28,2022) Jaallan…
(SQ-Bitootessa 26,2022) Kora sabaa 2ffaa KFO irratti kan hirmaatan Miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO jaal jabeessaan, haasawa taasisaniin haala…
Kongiresiin Federaalawaa Oromoo KFOn Kora Sabaa 2ffaa Finfinnee, galma Hoteela Waabii Shabaleetti geeggeessa jira. (SQ-Bitootessa 26,2022) Har’a Bitootessa 26,2022 ganama…
Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti dargaggoo 2 ajjeesuun namoota 6 ukkaamsee. (SQ-Bitootessa 25,2022) Bitootessa 25,2022 Waraanni Bilxginnaq Godina Shawaa Lixaa aanaa…
Wixinee Sirna Barreeffama Afaanota Itoophiyaa Gara Gi’iiziitti Jijjiiruuf Ba’e Mormiin Mudate! (SQ-Bitootessa 24,2022) Ministeerri Aadaafi Ispoortii Itiyoophiyaa Yuunvarsiitii Finfinnee waliin…
Waraanni Bilxginnaa Oromiyaa bakka adda addatti namoota nagaa 6 ajjeessun 3 ammoo madeesse. (SQ-Bitootessa 24,2022) Bitootessa 21,2022 Godina wallaggaa Bahaa…
Bilxiginnaa duula guddaa waraana Bilisummaa Oromoo loluu jedhuun waraana hedduu Oromiyaatti bobbaasaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Bitootessa 24,2022) Sanabata darbee irra eegalee…