Skip to content
January 15, 2026

Primary Menu
  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home
Live
  • Home
  • Uncategorized
  • ๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐‚๐ž๐ž๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐…๐š๐ฅ๐š ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐ฎ๐๐š๐ญ๐ž๐ž ๐…๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐ž๐ž,๐˜๐š๐ค๐ค๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข
  • Uncategorized

๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐‚๐ž๐ž๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐…๐š๐ฅ๐š ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐ฎ๐๐š๐ญ๐ž๐ž ๐…๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐ž๐ž,๐˜๐š๐ค๐ค๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข

sqeerroo April 3, 2022 2 minutes read

Share this:

  • Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
  • Click to share on X (Opens in new window) X
photo_2022-03-29_18-16-49
๐Œ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐‚๐ž๐ž๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐…๐š๐ฅ๐š ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Œ๐ฎโ—๐๐š๐ญ๐ž๐ž ๐…๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐Œ๐š๐ฅ๐ž๐ž,๐˜๐š๐ค๐ค๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข
#Impaayira Ethiopia afaan Qawween ijaaramtee afaan qawween ummattoota biyyattii bulchaa jirtu kessaatti Nagaha waaraa fi tasgabbii sabatiinsa qabu argamsiisanii mootummaa ummataa ummataan filame ummataaf filame ( Government by the people for the people) ijaaruuf jalqaba Mootummaa Ceehumsaa Biyyaalessaa (MCBNO) ijaaruun fala maayiiti!
Koree Bulchinsa Mootummaa Cehumsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa (KBMCBNO), MCBNO ijaaruuf utubame, hojii ijaarsaa sadarkaalee gara garaatti milkaahanii Sadarkaa Olaanaa jedhamu sadarkaa 3ffaa irra gahuun osoo hojjatamaa jiruu, murna maqaa mootummaa jedhuun ummattoota biyyattii afaan Qawween cafaqee bulchaa turee fi jiruun bakka isaan walgahii godhatanitti jumlaan hidhaman.
Jaallan Miseensota, Qondaalotaa fi gaazexeessitootni ONN kan kessaatti argaman Koree Bulchinsa Mootummaa Cehumsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa akkaataa mootummaa Ceehumsaa Buyyaalessaa Naannoo Oromiyaa (MCBNO) lafa qabsiisan irratti osoo marii taasisanii ji’oota 5 dura poolisii Federaalaan qabamuun Sabbataa Waajjira poolisii Aanaa 1ffaa tti erga hiraarfaamaa turanii booda, Koree Caasaa hawaasaa garaagaraa keessaa utubamtee Mootummaa kufe bakka buusanii Mootummaa Ceehumsaa biyyaalessaa naannoo Oromiyaa utubuun mootummaa ummataa ijaaruuf hojii ijaarsaa irra jirtu, maqaa fakkeessii #Fonqolcha_Mootummaa irratti gaggeessuuf osoo mari’atanuu qabe jedhu itti moggaasuun ji’oota shan booda himanna Sobaa irratti baneera. Biyya Mootummaan hin jirretti mootummaa maal fonqolchu? Ifatti karaa nagahaan qabsoon taasifamu akkamiin Fonqolcha tahaa?
Fonqolcha jechuun, Humna Qawween lolee aangoo dhuunfatuu dha. Bifa Seera Qabeessaa fi nagaan rakkoo jiru furuuf sochoโ€™uun mirga malee fonqolcha miti.
Mootummaa Ceehumsaa Ijaarachuun Fala Rakkoo Biyyattii Mudatee Furuuti Malee Yakkaa Miti! Kanaaf, Himata sobaa fi fakkeessiin jaallan dararuun Shiraa fi daba murni kun aangoo polotikaa humnaan dheereffachuuf taasisaa jiruu dha.
Jaallan himanni Sobaa kun irratti banamee Sabbataa Waajjira Poolisii Aanaa/Ona 1ffaa fuudhamuun sabbataa Daalattitti geefgaman kunneen,
1. Qaasiim Abdulaahii Abbaa waarii
2. Seefuu (Jaal Gabbisaa Lammii Fayyisaa )Abbaa Tamaam
3. Mahaamad Waadoo Buusee
4. Dessuu Duulaa Gaashee
5. Lammii Tesfayee Baraartii.
6. Biqilaa Amanuu Abbaa Shoomaa
7. Kaliifaa (Gammachiis )Abdulfattaa Abduraahim
8. Mahamad Isaa Yeesuuf
9. Toofiiq Amaan Roobaa
10. Adiinaan Yeesuuf Abdoo.
11. Najaash Mahamad Amiin.
12. Usmaan Adam Ahimad
13. Daraaraa (Tarreekumaa Asaffaa Baacaa )
14. Callaa Usmaa’eel
15. Mahaammad Ahimad Mahaammad.
16. Dachaasaa wiirtuu
17. Kadiir Sayiid Jiiloo
Kanneen jedhamanii dha.

About the Author

sqeerroo

Administrator

Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!

Visit Website View All Posts

Related

Post navigation

Previous: Waraanni Bilxiginnaa Arsiifi Shaggar Lixaatti ilmaan keessantu Bosona jira jechuun Abbootiifi Haadholii hedduu hidhan.
Next: Arsii Bahaa Aanalee adda addatti Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Manaaf haadha manaa dabalatee namoota 9 ol hidhuun dhaga’ame.

Leave a Reply Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Stories

IMG_8603
  • Uncategorized

โ€œMisoomni Ulfina Namummaa Mulqu, Misooma Osoo Hin Taane Saamichadha!!โ€

sqeerroo January 10, 2026 0
IMG_8579
  • Uncategorized

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hakiimotaaf Duty kaffaluu dhabuun komii kaase

sqeerroo January 8, 2026 0
IMG_8443
  • Uncategorized

Sab-boonummaan Oromoo saba Oromoof falmuu fi saba Oromoof quuqamuu dha.

sqeerroo December 31, 2025 0

Archives

  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

You may have missed

IMG_8603
  • Uncategorized

โ€œMisoomni Ulfina Namummaa Mulqu, Misooma Osoo Hin Taane Saamichadha!!โ€

sqeerroo January 10, 2026 0
IMG_8579
  • Uncategorized

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hakiimotaaf Duty kaffaluu dhabuun komii kaase

sqeerroo January 8, 2026 0
IMG_8443
  • Uncategorized

Sab-boonummaan Oromoo saba Oromoof falmuu fi saba Oromoof quuqamuu dha.

sqeerroo December 31, 2025 0
FB28F755-2BCD-45FF-AC1D-81255E1CC6B7
  • Uncategorized

Israaโ€™el Soomaaliilaandiif beekamtii biyyummaa kennite

sqeerroo December 27, 2025 0
Copyright © All rights reserved. | MoreNews by AF themes.