ABO fi KFO,n akka lakkuutti ilaalamu jedhan jaal Jabeessaa Gabbisaa.
(SQ-Bitootessa 26,2022) Kora sabaa 2ffaa KFO irratti kan hirmaatan Miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO jaal jabeessaan, haasawa taasisaniin haala…
(SQ-Bitootessa 26,2022) Kora sabaa 2ffaa KFO irratti kan hirmaatan Miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO jaal jabeessaan, haasawa taasisaniin haala…
Kongiresiin Federaalawaa Oromoo KFOn Kora Sabaa 2ffaa Finfinnee, galma Hoteela Waabii Shabaleetti geeggeessa jira. (SQ-Bitootessa 26,2022) Har’a Bitootessa 26,2022 ganama…
Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti dargaggoo 2 ajjeesuun namoota 6 ukkaamsee. (SQ-Bitootessa 25,2022) Bitootessa 25,2022 Waraanni Bilxginnaq Godina Shawaa Lixaa aanaa…
Wixinee Sirna Barreeffama Afaanota Itoophiyaa Gara Gi’iiziitti Jijjiiruuf Ba’e Mormiin Mudate! (SQ-Bitootessa 24,2022) Ministeerri Aadaafi Ispoortii Itiyoophiyaa Yuunvarsiitii Finfinnee waliin…
Waraanni Bilxginnaa Oromiyaa bakka adda addatti namoota nagaa 6 ajjeessun 3 ammoo madeesse. (SQ-Bitootessa 24,2022) Bitootessa 21,2022 Godina wallaggaa Bahaa…
Bilxiginnaa duula guddaa waraana Bilisummaa Oromoo loluu jedhuun waraana hedduu Oromiyaatti bobbaasaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Bitootessa 24,2022) Sanabata darbee irra eegalee…
Waxabajji 2,2021 kan barreeffame. Yeroo seenaa Oromoon Keessa darbaa as gahe ilaallu gabaabaatti…. Adeemsa waggoota sadan dabranii keessatti tarkaanfiilee mirgoota…
(SQ Bitootessa 23 , 2022) “Ahmad Najjaash Abdallaa jedhama. Harargee Bahaa aanaa Dadar magaalaa Qobboo ganda Tarcoo jedhamtu keessatti eda…
Du’aan Boqotuu Hayyuu fi Goota Oromoo Haaji Hasan Gammadaa (Ijoo Dubbii ABO – Bitootessa 23, 2022) Hayyicha ol’aanaa fi Gootni…
Shimallis Abdiisaa Yaa’ii Caffee Oromiyaa Irratti Ajjeecha Abbootii Gadaa Karrayyuu Irratti Raawwatame Qaama Biraatti Akeekuuf Yaale! (SQ-Bitootessa 22,2022) Baatii sadii…