Murni Mootummaa PP Abboota Amantii yakka tokko malee hidhuun dararaa jira.
Murni Mootummaa PP Abboota Amantii yakka tokko malee hidhuun dararaa jira. (SQ_Bitootessa 22_ 2022) Barreessaa Galma Amantii Waaqeffannaa Tulluu Biyyoo…
Murni Mootummaa PP Abboota Amantii yakka tokko malee hidhuun dararaa jira. (SQ_Bitootessa 22_ 2022) Barreessaa Galma Amantii Waaqeffannaa Tulluu Biyyoo…
Ergamaan addaa Ameerikaa aanga’oota Itoophiyaa waliin mari’achuuf Finfinnee jiru (SQ-Bitootessa 22,2022) Ergamaan Addaa Gaanfa Afriikaa Ameerikaa Ambaasaadar Deeviid Saatarfiild aanga’oota…
Waldaan Wabii Maccaa ummata Milishaa Amaaraan Qe’eesaarraa buqqaafame qaqqabuuf sagantaa galii walitti qabuu qopheesse! (SQ-Bitootessa 22,2022) Waggoota sadan afran darbaniif…
WFP guyyoota darban gargaarsi konkolaataan gara Tigraay fe’ame hin jiru jedhe (SQ-Bitootessa 22,2022) Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaataa Addunyaa (WFP)…
Waraanni Bilxiginnaa Shawa lixaafi Qellem Wallaggatti Abbaa Qabeenya 1 fi dargaggeessa qaroo hin qabne tokko ajjeessan.. (SQ-Bitootessa 22/2022) Abbaa qabeenyaa…
Qondaalli ABO itti gaafatamaan Shawaa Lixaa kan ta’e jaal Gadaa Gabbisaa haalli fayyummaa isaa akkaan yaaddessaa ta’uun gabaafameera. (SQ_ Bitootessa…
(SQ-Bitootessa 20, 2022) Barattoonni Oromoo 18 Bitootessa 17,2022 Godina Matakkal Aanaa Dibaax bakka Bishaan Adii jedhamutti konkolaataa keessaa adda baafamun…
Boorana Aanaa Eelwayyeetti Hongeen mudate Lubbuu Namaa galaafachaa jira. (SQ-Bitootessa 20,2022) Godina Booranaatti hongee bubbuleen namoonni beelarra bu’anii, lubbuun darbaa…
Ajjeechaan hojjettoota MSF loltaata mootummaan raawwatamuun mirkanaa’uu hordofee, mootummaan Itoophiyaarraa deebiin barbaada jedhe dhaabbatichi. (SQ-Bitootessa 19,2022) Ajjeechaan hojjettoota dhaabbata Hakiimota…
Waraanni Bilxiginnaa Shawaa lixaatti Maanguddoo 1 ajjeesuun Midhaanii fi manneen uummataa hedduu abiddaan gubuun dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 19,2022) Bitootessa 17,2022 Godina…