Ibsa ABO- Bitootessa 18, 2022
Paartiin Bilxginnaa yeroo ammaa impaayera Itoophiyaa bulchaa jiru Gocha suukaneessaa dhala nama irraa hin eegamnee fi hidhaa maatii miseensota paartilee…
Paartiin Bilxginnaa yeroo ammaa impaayera Itoophiyaa bulchaa jiru Gocha suukaneessaa dhala nama irraa hin eegamnee fi hidhaa maatii miseensota paartilee…
The Prosperity Party Regime of Ethiopia Must Stop Inhuman and Cruel Massacres and Detentions of Family members of Oromo Opposition…
(SQ-Bitootessa 18,2022) Dararaan daangaa hin qabne maatii Jaal Lammii Beenyaa irratti raawwatame hammaataa ta’uu maatiin beeksiseera. Bitootessa 17,2022 hidhattootni mootummaa…
Matakkalitti Barattoonni Hiriira mormii ba’uun Liyyuu Haayiiliin Amaaraa akka irraa ba’uu gaafatan. (SQ-Bitootessa 17,2022) Mootummaan Bilxginnaa waraana isaa heddu gara…
Waraanni Bilxiginnaa Wallagga Bahaatti ogeessa Fayyaa Beelladaa tokko ajjeessan. (SQ-Bitootessa 17,2022) waraanni Bilxiginnaa Godina wallagga Baha Aanaa Gobbu Sayyoo magaalaa…
Matakkalitti barattoonni Oromoo 18 liyyuu hayilii Amaaraatiin ukkaamfaman. (SQ-Bitootessa 17, 2022) Godina Matakkal aanaa Dibaaxii, magaalaa Gaalessaa irraa ka’uun gara…
Boordiin Filannoo Itoophiyaa Mana Jireenyaa Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Waggaa Tokkoo Oliif Keessatti Hidhaman Daawwachuudhaan Akka Gadhiifamaniif Haala Mijeessee…
Qondaalonni ABO Jaal Kennasaa Ayyaanaa fi Jaal Gadaa Gabbisaa Dhibee Fakkaataa Jaal Battee Urgeessaa Ittiin Dhukkubsataa Jiruun Qabamuun Isaanii Himame…
Addi Bilisummaa Oromoo Gocha Mootummaan Ta’e jedhee Hidhamtoonni Siyaasa Oromoo Dhukkuboota Daddarboodhaan Akka Hubamaniif Raawwachaa jiru Balaaleffachaa, Hidhamtoonni Siyaasaa Marti…
Bosonni Tulluu Cuqqaala gubachaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Bitootessa 16,2022) Bosonni godina Shawaa bahaa aanaa Liiban Cuqqalaa keessatti argamu kun erga gubachuu…