Qondaalli ABO Obbo Battee Urgeessaa mana hidhaatti akkaan dhibamanii yaala ga’aa dhabuun akka isaan yaaddesse Abukaatoon isaanii Dr Tokkummaa Dhaabaa BBCtti himan.
Qondaalli ABO Obbo Battee Urgeessaa mana hidhaatti akkaan dhibamanii yaala ga’aa dhabuun akka isaan yaaddesse Abukaatoon isaanii Dr Tokkummaa Dhaabaa…