Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti namoonni waraana pp fi finxaaleyyii Amaaraatiin ajjeefaman, manaa fi qabeenyi isaanii gubate, loon isaaniis saamaman.
(SQ-Bitootessa 9, 2022) Guyyaa dheengaddaa, kaleessaa fi har’aa walitti fufiinsaan waraanni pp fi finxaaleyyiin Amaaraa wal tahuun Wallagga Bahaa aanaa…