Yeroon isaa yeroo biyya keenya ijaarrannudha.
Yeroon isaa yeroo biyya keenya ijaarrannudha. Addi Bilisummaa Oromoo wayita hundeeffamu Oromoon haala baayyee hamaa keessa jira ture. Gaafa…
Yeroon isaa yeroo biyya keenya ijaarrannudha. Addi Bilisummaa Oromoo wayita hundeeffamu Oromoon haala baayyee hamaa keessa jira ture. Gaafa…
Tooftaa qabsoofi yeroon gaafattu mara fayyadamnee mirga abbaa biyyummaa keenyaa ni kabachiifna. Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qabsoon Bilisummaa Oromoo erga eegalamee…
Miseensonni paarlaamaa Oromiyaarraa bakka bu’an ajjeechaa, buqqa’uu fi weerarri daangaa Oromiyaa akka dhaabatu gaafatan. <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 13/2022> Lolli…
Araddaa firri koo rasaasaan dhumatee gar tokkeen qaama koo Abiddaan gubatee Aannoolee fi calanqoo Godaannisa duraa Gurra koon dhagahe harkaaf…
#Shaambuu Barattootni yuuniversiitii wallaggaa damee shaambuu hiriira mormii sirna pp balaaleffatu gaggeeffamaa jira. Mudde 13/2022 Warraaqsi jiraachuu fi jiraachuu dhabuu…
Humni waraanaa bilxiginnaa Amboo keessatti barattoota ukkaamsee dhabamsiisaa jira. Mudde 12/2022 Ajjeechaa sukkaneessaa finxaaleyyiin Amaaraa ilmaan Oromoo irratti raawwataniif Murni…
Finfinnee Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Jeneraal Waaqoo Guutuu irraa Barsiisota 4 dabalatee barsiisotni hedduun humna waraanaan ukkaamsamuun hidhaman. Mudde-12/2022 …
Ummatni Oromoo Mormii gaggeessu keessatti mormii Innikkaati. Mormii Innikkaa jechuun maal? mudde 12/2022 Mormii Innikkaa jechuun 👇 “Mormiin cunqursaa fi…
Mormii barattoonni taasisan torban lammaffaa itti fufeera. <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 12/2022> Barattoonni Yuunversiitii Wallaggaa Damee Gimbii lagannaa nyaataa taasisuun…
Hidhattoonni Benishaangul Gumuz waraana Federaalaa, Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Faannoo waliin ta’uun uummata Oromoo irratti lola bananii jiraachuun dhaga’ame. <Sagalee…