Sirni Abiyyiin gaggeessu Oromiyaa bakkoota garaagaraatti baatii tokko keessatti yakkoota addunyaa irratti jaarraa kana keessa hin raawwatamne...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Yeroo Ilmi Oromoo mormi irraa citu vidiyoo argisiisu kan nu qaqqabe link telegram keenyaa banaa ilaalaa Yakka...
Akeekni siyaasaa qabsoo bilisummaa Oromoo, Sagantaan Siyaasaa ABO, bara 1974 bahee bara 1976 ragga’ee, bara 1989, 1998...
Yeroon isaa yeroo biyya keenya ijaarrannudha. Addi Bilisummaa Oromoo wayita hundeeffamu Oromoon haala baayyee hamaa keessa...
Tooftaa qabsoofi yeroon gaafattu mara fayyadamnee mirga abbaa biyyummaa keenyaa ni kabachiifna. Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qabsoon Bilisummaa...
Miseensonni paarlaamaa Oromiyaarraa bakka bu’an ajjeechaa, buqqa’uu fi weerarri daangaa Oromiyaa akka dhaabatu gaafatan. <Sagalee Qeerroo ~...
Araddaa firri koo rasaasaan dhumatee gar tokkeen qaama koo Abiddaan gubatee Aannoolee fi calanqoo Godaannisa duraa Gurra...
#Shaambuu Barattootni yuuniversiitii wallaggaa damee shaambuu hiriira mormii sirna pp balaaleffatu gaggeeffamaa jira. Mudde 13/2022 Warraaqsi jiraachuu...
Humni waraanaa bilxiginnaa Amboo keessatti barattoota ukkaamsee dhabamsiisaa jira. Mudde 12/2022 Ajjeechaa sukkaneessaa finxaaleyyiin Amaaraa ilmaan Oromoo...
Finfinnee Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Jeneraal Waaqoo Guutuu irraa Barsiisota 4 dabalatee barsiisotni hedduun humna waraanaan ukkaamsamuun...