Artist Zariyuun Wadaajoo dhibee hamaaf saaxilamuun Ummata gargaarsa gaafate.
Weellisaa Zarihuun Wadaajoo kaleen isaa lameen hojii dhaabuu erga beekamee ji’a sadii jedhan maatiin (SQ-Amajjii 3,2022) Weellisaa gameessi Zarihuun Wadaajoo…
Weellisaa Zarihuun Wadaajoo kaleen isaa lameen hojii dhaabuu erga beekamee ji’a sadii jedhan maatiin (SQ-Amajjii 3,2022) Weellisaa gameessi Zarihuun Wadaajoo…
ππ‘πππ¦π¬π πππ πππ«π ππππ«ππ, ππ¦ππ£π£π’π’ ππππ Miseensota ABO Hogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa jirtaniif, Qabsaawota Waliigalaa…
Iluu Abbaa Booraafi Gidaamiitti Waraanni Bilxiginnaa namoota 5 ajjeese. (SQ- Mudde 29,2022) Mudde 26, 2022 Godina Iluu Abbaa Booraa Ona…
Baalee Lixaafi Shawaa Kaabaatti waraanni PP mana namoota gubun dhaga’ame. (SQ-Mudde 29,2022) Oromiyaa guutuu keessatti lammiilee Oromiyaa dararaa kan jiru…
Miseensi Gumii Saba ABO J/Oromsiis Elemoo Hidhame (SQ – MUDDE 28,2022) Miseensi Gumii sabaa ABO J/Oromsiis Elemoo Kamisaa darbe halkan…
Artistoota Oromoo ukkaamsanii dhabamsiisuun ammas jabaatee itti fufee jira. Sirni kaleessa Artistoota Oromoo qaroo Eebbisaa Addunyaa hanga Hacaaluu Hundeessaatti galaafate…
Barruun biyya Ameerikaa NEW LINES jedhamu, qorannoo walabaa gaazexeessitoota isaatiin adeemsiseen, haleellaan Diroonii lammiilee nagaa Oromiyaa irratti mootummaatiin raawwatamuu mirkaneesse.…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti humni Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon qabeenyaa ummataa saamuun manneen ummataa barbadeessaa jiru. Mudde…
Waldaan Maccaafi Tuulamaa ajjeechaa fi weerara Oromiyaa irratti raawwataa jiru balaaleffachuudhaan yaada furmaataas dhiyeesse. Mudde 27/2022> Waldaan Walgargaarsaa Maccaa fi…
Wallagga lixaa Baabboo Gambeeliif Begiitti waraanni PP daa’ima ganna sagalii dabalatee namoota nagaa hedduu ajjeese. (Sagalee Qeerroo Mudde 27,2022) Godina…