Ministeeronni Dhimma Alaa Fransayii fi Jarman haala nageenyaa Itiyoophiyaa irratti ibsa kennan
Hanga haqni ba’utti araarri dhugaan jiraachuu hin danda’u jedhan Ministeeronni dhimma alaa Jarmanii fi Firaansi (SQ-Amajjii 13,2023) Ministiroonni Dhimma Alaa…