Itoophiyaatti ammallee lammiileen miliyoona 20 sababa hongee fi wal waraansaa gargaarsa namoomaa barbaadu jedhe UNOCHA’n. (SQ-Sadaasa 24,2022)...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Wallaggaa Lixaa Begiifi Haaruutti haleellaa humni qileensaa Bilxiginnaa raawwateen lubbuun namoota nagaa darbe. (SQ-Sadaasa 24,2022) https://t.me/hordofaa https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB...
Waldaan Masarata Kiristoos rakkoo Oromiyaatti mudateen miseensonni 348 jalaa ajjeefamuu ibsite (SQ-Sadaasa 23,2022) https://t.me/hordofaa Waldaan Masarata Kiristoos...
Harargee Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa manneen namoota 57 gube. (SQ-Sadaasa 22,2022) Bahaa Oromiyaa Aanalee akka Ciroo fi Odaa...
Shawaa Lixaatti waraanni Bilxiginnaa dargaggoota 3 ajjeessun tokko irra qaama saalaa muruun dhaga’ame. (SQ-Sadaasa 20,2022) https://t.me/hordofaa https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB...
Wallaggaa Lixaa Begiitti mootummaan Bilxiginnaa Xiyyaaraan uummata nagaa haleelle. (SQ – Sadaasa 20,2022) mootummaan Biltsiginnaa Sadaasa 20,2022...
Mass murder of Oromoo innocent civilians in East Wallaga and Horoo Guduro Zones are getting worse. Sadassa...
Dhumaatii Ummata Nagaa Irra Ga’aa Jiruuf Gaafatamaan, Moofummaa Federaalaa Dhumaatii Kana Raawwataafi Haala Mijeessaa Jiruudha. Ijoo Dubbii...
https://t.me/hordofaa Ummata Godina Horroo Guduruu Sabni Oromoo dirmannaa gochuu qaba. Ummatni Godina Horroo Guduruu aanaa jaardegaa jaartee...
Hawaasi Oromoo USA Magaalaa Mineesootaafi Washingtan DC, jiraatan hiriira bahuun haleellaaa xiyyaaraa Oromiyaa keesaatti humna qilleensaa mootummaa...