Miseensonni Gamtaa Paartilee Mormitoota(Caucus of Opposition Parties) Waajjira Imbaasii UK(United Kingdom) Finfinnee Jiruutti Gaafatamtoota Biyyoota Adda addaa...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Koree Qindeessituu Mootummaa ce’umsa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa har’a mana Murtiitti Walii gala Oromiyaa Calcalitti dhihaatan. (SQ-Adoolessa 19,2022)...
Harargee Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa jumlaan hidha jiraachun dhagaa’ame. (SQ-Adoolessa 19,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa, Uumata nagaa...
TPLF Garee Mootummaa Itoophiya waliin Mari’atu ijaaruu beeksise. (SQ-Adoolessa 19,2022) Waraanni ka’ee ji’oota 20 booda humnoonni Tigraay...
Geeggeessaan Waldaa Haaromsa Finfinnee Heenook Dajanee Mana Murtiitti osoo hin dhiyaatiin achi buuteen dhabame. (SQ-Adoolessa 18,2022) Itti...
Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee. (SQ-Adoolessa 18,2022)...
Magaalaa Gambeelaatti daangaan sa’aatii kaa’ame (SQ-Adoolessa 15,2022) Naanoo Gambeelaa, magaalaa guddoo keessatti daangaan sa’aatii kaa’amu motummaan naannichaa...
Uummanni aanaa Gurra Dhaamolee irraa buqqaafame gargaarsa barbaadna jedhe. (SQ-Adoolessa 15,2022) Godina Baalee aanaa Gurra Dhaamolee irraa...
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa mana uummaata nagaa hedduu abiddaan barbadeessan. (SQ-Adoolessa 15,2022) Mootummaan Bilxiginnaa maqaa Waraana Bilisummaa...
Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa ‘Alzaaymar’ 2022 injifatan. (SQ-Adoolessa 15,2022) Dhalataa Oromoo kan ta’an Ogeessi ‘Niwuroo Saayikaatiristi’ Pirofeesar...