TPLF Garee Mootummaa Itoophiya waliin Mari’atu ijaaruu beeksise.
TPLF Garee Mootummaa Itoophiya waliin Mari’atu ijaaruu beeksise. (SQ-Adoolessa 19,2022) Waraanni ka’ee ji’oota 20 booda humnoonni Tigraay marii mootummaa Itoophiyaa…
TPLF Garee Mootummaa Itoophiya waliin Mari’atu ijaaruu beeksise. (SQ-Adoolessa 19,2022) Waraanni ka’ee ji’oota 20 booda humnoonni Tigraay marii mootummaa Itoophiyaa…
Geeggeessaan Waldaa Haaromsa Finfinnee Heenook Dajanee Mana Murtiitti osoo hin dhiyaatiin achi buuteen dhabame. (SQ-Adoolessa 18,2022) Itti aanaa dura taa’aa…
Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee. (SQ-Adoolessa 18,2022) Godina Wallagga Bahaa…
Magaalaa Gambeelaatti daangaan sa’aatii kaa’ame (SQ-Adoolessa 15,2022) Naanoo Gambeelaa, magaalaa guddoo keessatti daangaan sa’aatii kaa’amu motummaan naannichaa beeksiise. Naannichi akka…
Uummanni aanaa Gurra Dhaamolee irraa buqqaafame gargaarsa barbaadna jedhe. (SQ-Adoolessa 15,2022) Godina Baalee aanaa Gurra Dhaamolee irraa ummanni sababa rakkoo…
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa mana uummaata nagaa hedduu abiddaan barbadeessan. (SQ-Adoolessa 15,2022) Mootummaan Bilxiginnaa maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo yeroo dhumaaf…
Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa ‘Alzaaymar’ 2022 injifatan. (SQ-Adoolessa 15,2022) Dhalataa Oromoo kan ta’an Ogeessi ‘Niwuroo Saayikaatiristi’ Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa…
የዎላይታ ብሔራዊ ንቅናቄ(ዎብን) ወቅታዊ አከባቢያዊ ሁኔታዎችን በተመለከተ ያወጣዉ አቋም መግለጫ፡፡ የዎላይታ ህዝብ አለም የመሰከረለት ሥልጣኔና የአስተዳደር ሥርዓት ባለቤት የነበረ ህዝብ…
Haleella Faannoon Walloo Jiillee Dhummuugaatti baneen namoonni 19 ol wareegamun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 14,2022) Lola Adoolessa 10,2022 Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo…
Godina Baalee aanaa Gurra Dhaamoleetti ummanni sababa beelaa fi nageenyaatiin buqqa’uun gara aanoota ollaatti baqataa jiraachuun himame. (SQ-Adoolessa 14,2022) Gandoota…