Wallaggaa Bahaa Harroo Limmuutti Waraanni Bilxiginnaa nama uumamaan dubachuu hin dandeenye tokko dabalatee namoota lama ajjeessun dhaga’ame.
Wallaggaa Bahaa Harroo Limmuutti Waraanni Bilxiginnaa nama uumamaan dubachuu hin dandeenye tokko dabalatee namoota lama ajjeessun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 13,2022) Godina…