Oduu Gaddaa (SQ Adoolessa 26,2022) Godina Horroo Guduruu waallaggaa aanaa Jimmaa Gannatii Magaalaa Haratoo keessaatti Warannii Shiftaa...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Sirni Mootummaa Bilxiginnaa Yakka Tokko Malee Hoggaanota ABO Mana Hidhaatti Ugguree Jiru Haal-duree Tokko Malee Gadhiisuu Qaba....
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 2 ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 26,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa maqaa Waraana Bilisummaa...
Miseensonni komishinii Ogeessota mirgoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Daawwannaaf Xoophiyaa jiru. (SQ-Adooleesa 26,2022) Miseensotni Komishinii Ogeessota Mirgoota...
Mootummaan Bilxiginnaa fi Activistoonni Amaaraa haleellaa Alshabaab dhihoo Itoophiyaatti fudhateen walqabsiisuun Waraanni Bilisummaa Oromoo fi Al-Shabaab akka...
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa abbaa ijoollee lamaa ajjeese. (SQ-Adooleessa 22,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa Adoolessa 20/2022 Abbaa ijoollee...
πππππ πππππππ π
πππ ππππππ ππ
ππππππππππ πππππππ (πππ) Caucus of Opposition Parties (COP), consisting of 11 largest...
Wallagga Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa 6 ol ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 21,2022) Waraanni paartii Bilxiginnaa Adoolessa 20/2022...
Jaarmiyaan Mirga Namoomaaf Falmu Amanistii Internaashinaal Ajjeechaa Wallagga Lixaa Toleetti Raawwatame irratti Qorannoon Walabaa Akka Taasifamu Gaafate....
Waraanni Bilxiginnaa Arsiitti maanguddoo gannaa 85 dabalatee namoota hedduu mana hidha keessa baase ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 20,2022)...