Koree Qindeessituu Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaafi Gaazzixeessitoonni ONN har’a marsaa 11ffaaf mana murtii walii gala Oromiyaatti...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Waraanni Bilisummaa Qimaant humna dabalataa leenjifataa jiraachuu beeksise. (SQ-Waxabajjii 28,2022) Waraanni Bilisummaa Qimaant kabajamuu mirga ummata Qimaantiif...
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa fi Kibbaa waraana bilxiginnaa haleeluun loltoota PP 63 ajjeesuun 84 ol...
Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasii Dirree Gafarsaa maqaa Aartist Haacaaluu Hundeessaatiin moggaasuu beeksise. (SQ-Waxabajjii 28,2022) Sirnicharratti kan argaman...
Koreen Hariiroo Alaa Seeneetii Ameerikaa yaada murtoo waloo Kamisa darbe dabarseen “beela akka meeshaa waraanaatti fayyadamu” balaaleeffateera....
Sudaan loltoota booji’amanii turan torbaa fi nama nagaa tokko na jalaa ajjeeste jechuun Itoophiyaa himatte. (SQ-Waxabajjii 27,2022)...
Tokkummaan Hawaasa Oromoo Biyya Kanaadaa ajjeechaan naannawaa Gimbii Toleetti raawwatame qaama walabaan akka qoratamu gaafate. (SQ-Waxabajjii 26,2022)...
Gaazexeessituu Aljaziiraa kan ajjeese rasaasa humnoota Israa’eli jedhe UN (SQ-Waxabajjii 25,2022) Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti waajjirri Mirga Namoomaa...
Shawaa Kibba Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa barataa kutaa 12 ajjeese. (SQ-Waxabajjii 25,2022) Oromiyaa guutuu keessatti ilmaan Oromoo ajjeesa...
Waraannifi tiki Bilxiginnaa mooraa jireenyaa hogganootaa fi miseensota ABO weeraruun Taaddaluu Yoonaas ukkaamsuun qabeenya saamuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii...