Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba bahaa Waraana Bilxiginnaa haleele.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba bahaa Waraana Bilxiginnaa haleele. (SQ-Waxabajjii 12,2022) Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa bahaa Cibiraa Madda…
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba bahaa Waraana Bilxiginnaa haleele. (SQ-Waxabajjii 12,2022) Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa bahaa Cibiraa Madda…
Giddu Gala fi Kibbaa Oromiyaatti daaβimmaan abbaa isaaniitu miseensa Waraana Bilisummaa Oromooti jedhamun Waraana mootumma Bilxiginnaan ukkaamfamaa jiru. (SQ-Waxabajjii 11,2022)…
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo…
Waraanni Bilxiginnaa Golee Oromiyaa hunda keessatti ilmaan Oromoo jumlaan hidhuu jabeessee itti fufe. (SQ-Waxabajjii 9,2022) Waraanni mootummaa Bilxiginnaa maqaa oppireeshinii…
Miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO Jaal Mikaa’el Booran dhukkubsachuun Hospitaala Poolisii Federaala seenuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 9,2022) Badii tokko malee…
Ajjeechaa Godina Gujiitti Lammiilee Nagaa Irratti Raawwatameef Kan Itti Gaafatamu Mootummaa Dha πππ€π€ πΏπͺππππ πΌπ½π β ππππππππππ 8, 2022 (SQ…
Shawaa lixaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 2 ajjeesuun nama 1 madeessuun beekame. (SQ-Waxabajjii 7,2022l) Maqaa duula waraana Bilisummaa Oromoo balleessuu…
Jaal Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Media Hawaasa fayyadama akka hin jire beeksisan. (SQ-Waxabajjii 7/2022) Erga Jaal Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa irraa…
Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira. (SQ-Waxabajji 6, 2022) Barattootni Yuunivarsiitii Bulee Horaa ajjeechaa fi roorroo sirna PP…
Ibsa Damee Dubartootaa fi Daaβimmanent Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Irraa kenname. Waxabajjii 05,2022. ==================================== Ummatni Oromoo guyyaa Bilissummaa isaa sarbamee…