Yuunivarsiiti Finfinneetti, barattoonni Amaaraa, barattoota Oromoo irratti reebicha geggeessuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 1,2022) Caamsaa 30/2022 yuuniversiitii finfinnee keessatti...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
(SQ-Waxabajjii 1,2022) Caamsaa 29,2022 gaanama sa’aa 12:00 irratti Finxaaleyyiin Amaaraa godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuu Ganda Booqaa...
Haleellaa lotoonni Eertiraa Shiraarootti raawwataniin lubbuun namaa darbe, hedduun miidhaman (SQ-Waxabajji 1,2022) Guyyoota dhumaa torbee darbee irratti...
Waraanni Bilxiginnaa Dirre Dhawaatti Artist Sharmaakiree Aadam yoo hidhuu Finfinneetti ammoo Obbola lama ukkaamsun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 31,2022)...
Mootummaan Tigraay Mootummaa Federaalaa waliin Dhoksaan Marii Taasisaa Jiraachun Sudan Post Gabaase.
Mootummaan Tigraay Mootummaa Federaalaa waliin Dhoksaan Marii Taasisaa Jiraachun Sudan Post Gabaase.
Mootummaan Tigraay Mootummaa Federaalaa waliin Dhoksaan Marii Taasisaa Jiraachun Sudan Post Gabaase. (SQ-Caamsaa 31,2022) Akka Sudan Post...
TPLF humnoota Ertiraa waliin wal-waraanuu ibse (SQ-Caamsaa 31,2022) Humnooti TPLF guyyoota lamaan darbanitti humnoota biyya ollaa Eritiraa...
Mana hidhaa Daalattiitti hidhamtoota siyaasaa 193 ta’an jiraachuu Koreen Deeggarsa Hidhamtoota Siyaasa Lammilee Oromiyaa beeksise. (SQ-Caamsaa 31,2022)...
Shaggar Lixa Iluu Galaanitti Waraanni Bilxiginnaa Namoota Nagaa 5 Bakka Tokkotti Ajjeesae. (SQ – Caamsaa 30,2022) Caamsaa...
(SQ-Caamsaa 30,2022) Har’a jechuun Caamsaa 30,2022 Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa jaartee, Ganda Dargee Kootichaa jedhamutti...
Wallaggaa lixaa fi Shawaa Bahatti waraanni Bilxginnaa namoota nagaa 4 ajjeessan. (SQ-Caamsaa 29,2022) Maqaa oppireeshinii farra riphee...