Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira.
(SQ-Waxabajji 6, 2022)
Barattootni Yuunivarsiitii Bulee Horaa ajjeechaa fi roorroo sirna PP tiin ummata Oromoorratti raawwatamaa jiru balaaleffachuun hiriira mormii geggeessaa jiran.
Caamsaa 16,2022 Qeerroon Bilisummaa Oromoo Fincila xumura gabrummaa hanga hiree murteeffannaa jedhu labsuun isaa niyaadatama!