Gaazaxeessituun Sabboontuu Ahmed hidhamuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 27,2022) Sabboontuun Kaleessa galgala Osoo lafa hojiitii baatee gara mana isheetti...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Itoophiyaan carraa AGOA keessaa bahuun Keeniyaaf carraa bal’aa bane. (SQ-Caamsaa 26,2022) Itoophiyaan sagantaa AGOA keessaa ari’amuu isheetiin...
(SQ-Caamsaa 26,2022) Sababa rakkoo nageenyaatiin qaala’iinsi jireenya biyyattii akka malee dabaluun, uummanni waan nyaatee bulu dhabaa jira....
ODUU AMMAA! Qondaali Olaanaa ABO Jaal. Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Hidhaa Irraa Hiikaman! (SQ – Caamsaa 25,2022) Yeroo...
Qeerroon Bilisummaa Oromoo warraaqsa itti fufeera. [Caamsaa 24, 2022] Harargee Bahaa magaalaa Harar aanaa Soofiitti Qeerroon Bilisummaa...
Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 7ffaaf Mana murtii waliigala Oromiyaatti dhiyaatan....
Gujiitti Waraanni Bilxginnaa Manaafi qabeenya uummataa abiddaan guban. (SQ-Caamsaa 24,2022) Bilxiginnaan duula Waraana Bilisummaa Oromoo baatii tokko...
Yuuniversiitii Odaa Bultumitti barattoonni sababa hin beekamneen kukkufuun Mana yaalaatti guuramaa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 23,2022) Mooraa yuuniversiitii...
(SQ – Caamsaa 23,2022) Jaallan isaa waliin yeroo dheeraadhaaf hiraara mana hidhaa keessaa keessummeessaa kan jiru miseensi...
Manni Murtii Ijibbaata Qondaal ABO Kol.Gammachuu Ayyaanaa ammas boritti beellame. (SQ – Caamsaa 23,2022) Har’a Caamsaa 23,2022...